1. Home /
  2. Religious centre /
  3. Ebenezer Oromo Evangelical Church of Kansas City

Category



General Information

Locality: Riverside, Missouri

Phone: +1 301-613-4269



Address: 4800 NW Homestead Road 64150 Riverside, MO, US

Website: www.ebenezeroromokc.com

Likes: 3658

Reviews

Add review

Facebook Blog



Ebenezer Oromo Evangelical Church of Kansas City 14.11.2020

Wanta yaaddoo sitti ta'u Waaqayyotti gatii dhiisi, inni akka ati hin kufnetti si irkisa! Namni qajeelaan raawwatee akka hin mittiqne in godha. Faarfannaa 55:22 Throw your burden upon the Lord , and he will sustain you. He will never allow the godly to be upended. Psalms 55:22

Ebenezer Oromo Evangelical Church of Kansas City 08.11.2020

Welcome to our Sunday service 11/08/2020

Ebenezer Oromo Evangelical Church of Kansas City 18.10.2020

Waaqayyo gooftaan keessan isinii wajjin in adeema, inni gad isin hin dhiisu, isin hin irraanfatus; kanaafis cimaa, ija jabaadhaa, isaan hin sodaatinaa, hin na'inaas!" jedhe. Seera keessa Deebii 31:6 Be strong and courageous! Do not fear or tremble before them, for the Lord your God is the one who is going with you. He will not fail you or abandon you! Deuteronomy 31:6

Ebenezer Oromo Evangelical Church of Kansas City 28.09.2020

Egaa ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin! Ani Waaqayyo kee ti hin na'in! Ani sin jabeessa, ani sin gargaaras; irree qajeelummaa koo isa mirgaatiin ol sin qaba. Raajichaa Isaayaas 41:10 Don’t be afraid, for I am with you! Don’t be frightened, for I am your God! I strengthen you yes, I help you yes, I uphold you with my saving right hand! Isaiah 41:10

Ebenezer Oromo Evangelical Church of Kansas City 24.09.2020

Inni humna isaa isa nu keessatti hojjetuun wanta nuyi kadhannuuf wanta nuyi yaaduu dandeenyu hundumaa irra safara malee caalchisee gochuu in danda'a.Kanaaf, karaa Kristos Yesus waldaa kristiyaanaa keessatti dhaloota hundumaa biratti bara baraan isaaf hooqubaan haa ta'u! Ameen. Efesoon 3:20-21 Now to him who by the power that is working within us is able to do far beyond all that we ask or think, to him be the glory in the church and in Christ Jesus to all generations, forever and ever. Amen. Ephesians 3:20-21

Ebenezer Oromo Evangelical Church of Kansas City 21.09.2020

Waaqayyo si eega, Waaqayyo gaaddisa kee ti, inni gara mirga kee jira.Guyyaa aduun si hin rukutu, halkanis ji'i si hin miidhu.Faarfannaa 121:5-6 The Lord is your protector; the Lord is the shade at your right hand. The sun will not harm you by day, or the moon by night. Psalms 121:5-6

Ebenezer Oromo Evangelical Church of Kansas City 08.09.2020

Museen immoo saba sanaan, "Warra Gibxii warra har'a argitan kana deebitanii akka kanatti lammaffaa waan hin argineef, hin sodaatinaa, jabaadhaa dhaabadhaatii har'a gocha Waaqayyo isin fayyisuudhaaf raawwatu ilaalaa! Seera Ba'uu 14:13 Moses said to the people, Do not fear! Stand firm and see the salvation of the Lord that he will provide for you today; for the Egyptians that you see today you will never, ever see again. Exodus 14:13

Ebenezer Oromo Evangelical Church of Kansas City 05.09.2020

Nagaan Kristos, inni isin dhagna tokko ta'uudhaaf itti waamamtan, garaa keessan keessatti haa mo'u; warra galata galchanis ta'aa! Qolosaayis 3:15 Let the peace of Christ be in control in your heart (for you were in fact called as one body to this peace), and be thankful. Colossians 3:15

Ebenezer Oromo Evangelical Church of Kansas City 23.08.2020

Welcome to our Sunday service 11/01/2020

Ebenezer Oromo Evangelical Church of Kansas City 02.08.2020

Ani bowwaa dukkanaa'aa sodaachisaa keessa yoon adeeme iyyuu, hamaan anatti dhufa jedhee hin sodaadhu; ati anaa wajjin jirta, uleen keetii fi dhaabbanni kee ana in jajjabeessu. Faarfannaa 23:4 Even when I must walk through the darkest valley, I fear no danger, for you are with me; your rod and your staff reassure me. Psalms 23:4

Ebenezer Oromo Evangelical Church of Kansas City 30.07.2020

Wanti halkan nama sodaachisu, xiyyi guyyaa namatti gad dhiifamus si hin sodaachisin! Dha'icha dukkanaan namatti dhufu, dhukkuba adeemaa saafaa nama balleessus hin sodaatin! Faarfannaa 91:5-6 You need not fear the terrors of the night, the arrow that flies by day, the plague that comes in the darkness, or the disease that comes at noon. Psalms 91:5-6

Ebenezer Oromo Evangelical Church of Kansas City 19.07.2020

Hafuurichi isin fudhattan hafuura ilmummaatti guddifamuu ti malee, hafuura garbummaa isa sodaa jalatti isin deebisu miti; hafuura kanaanis, "Abbaa keenya" jennee Waaqayyoon in waammanna.Roomaa 8:15 For you did not receive the spirit of slavery leading again to fear, but you received the Spirit of adoption, by whom we cry, Abba, Father. Romans 8:15